Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Milkaa'ina Ijoolleef Hordoffiin Maatii Murteessaa Dha"


"Milkaa'ina Ijoolleef Hordoffiin Maatii Murteessaa Dha"
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:01 0:00

Barataa Haamarsan Faasikaa Baqqalaa Jimmaatti dhalatee Bushooftuu fi Finfinnee keessatti guddate. Waggaa afur dura bara 2019 umrii isaa 14tti haadha isaa bira as gara Yunaaytid Isteetis magaalaa Daalaas dhufe.

Dhiyeenya kana barnoota isaa kutaa 12 qabxii olaanaa 4.02n xumuruu qofa otoo hin taanee, Ameerikaa keessatti akaadaamii barnoota waraanaa beekamaa "West Point' jedhamu seenuuf filatamee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG