Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Diiggaa Manneen Shaggar Keessaa Abbootiin Manneenii  fi Mootummaan Yaada Adda Addaa Kennan


Waa’ee Diiggaa Manneen Shaggar Keessaa Waan Abbootiin Manneenii  fi Mootummaan Yaada Adda Addaa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:01 0:00

Bulchiinsa Magaalaa Shaaggar Naannoo Oromiyaatti akka haaraatti hundeeffame keessatti mootummaan manneen seeraan ala ijaaramanii fi lafoota seeraan ala qabamanii jiran, jedhe eega diiguu jalqabee bubbuleera.

Namoota dhuunfaa dabalatee dhaabbileen amantaa bulchiinsa magaalichaatiin manneen isaanii fi bakki waaqeffannaa isaanii akka jalaa diigame himatan garuu mirgi namoomaa keenya dhiibameera, jechuun komatan. Komee namoonni kaasan irratti hundaa’uun, Sadarkaa Itti-aanaa Kantiibaa Magaalaa Shaggaritti, itti gaafatamaa dhimma bulchiisaa fi tajaajilaa – Obbo Gugsaa Dajanee dubbisne.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG