Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Kubbaa Miillaa Magaalaa Dambidoolloo Rakkoolee Jiranirra Aaanee Akkamitti Injifannoof  Gahe?

Gareen Kubbaa Miillaa Magaalaa Dambidoolloo Rakkoolee Jiranirra Aaanee Akkamitti Injifannoof  Gahe
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:36 0:00

Gareen kubbaa miillaa bulchiinsa magaalaa Dambi Dolloo torban darbe dorgommii kubbaa miillaa sadarkaa Oromiyaatti geggeessame irratti injifannoo galmeessisuu dhaan Shaampiyoonaa olaanaa Oromiyaa ta’uu isaa gabaasnee turre. Tujuben leenjisaa garee kanaa obbo Gezaaheny Taayyee fi hooggana Ambelli garichaa obbo Roobeel Xilaahun dubbistee jirti.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG