Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Somaaliyaa Walwaraansa Somaaliilaand Keessaa Dheessuun Itiyoophiyaa Seenan Kuma 100 Ol Hanqinni Gargaarsaa Mudatee Jira

 Lammiwwan Somaaliyaa Walwaraansa Somaaliilaand Keessaa Dheessuun Itiyoophiyaa Seenan Kuma 100 Ol Hanqinni Gargaarsaa Mudatee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00

Hanqinni deggersa nyaaataa namoottan walwaraansa Somaalilaand keessaaa jalaa baqatanii Itiyoophiyaa seenan kuma 100 ta’an rakkoo daran cimaa keessa galchuun gabaasameeara. Dubartoonni, ijoollewwan , maangudoonni fi namoottan qaamni isaanii miidhamoo ta’e waan bakki jireenya isaanii meeshaawwan waraanaatiin jalaa mancaa’eef gara Itiyoophiyaatti baqatanii yeroo ammaa godina Doolloo keessa qubatanii jiru. Buqqaatota kana ilaachisee Margaareet Beeshir Tokkummaa Mootummootaa irraa gabaasaa qindeessitee jirti.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG