Xurree ittiin seenan

Breaking News

Nyaanni Aadaa Ofii Hambaa Dha: Bu'ureessituu Dhaabbata Tiyyaa Faawundeeshin

Nyaanni Aadaa Ofii Hambaa Dha: Bu'ureessituu Dhaabbata Tiyyaa Faawundeeshin
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:50 0:00

Nyaanni Aadaa Ofii Hambaa Dha: Bu'ureessituu Dhaabbata Tiyyaa Faawundeeshin

Meymuunaa Huseen Kataan hundeessituu fi hooggantuu dhaabbata as Yunaaytid Isteets kutaa Kaalifoorniyaa keessatti baqattootaa fi godaantota haaraa dhufan qarqaaruu, Tiyyaa Faawundeeshiniiti.

San malees mana nyaataa dhaabbata hawaasummaa, Fleeversi From Afaar jedhamu magala Los Aanjalas keessatti bantee keessatti baqatoonni duraani, godantonni akkasumas koolugaltoonni biyyoota adda addaatii dhufan nyaata aadaa isaanii akka gabaadhaf dhiheessan haala mijeesitiif. Kanaanis Meymuunaan badhaasota fi beekkamtii baayyee argatte.

Bara darbe, bara 2022, beekkamtii dhaabbanni odeeffannoo Ameerikaa beekkamaan, CNN jedhamu oggaa oggaadhan namoota addunyaa guutuu irraa dorgomsiisee kennu ‘CNN HEROS,’ jechuunis Goota CNN, jedhamu argatte. Hojii tola ooltummaa fi qarqaarsaa kanaaf maaltu ishii kakaase laata? Gaafiif deebii Meymuunaa wajjin goone daawwadhaa.

Forum

XS
SM
MD
LG