Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaantuu Oromoo Qooda Guguddaa Gumaachanii Umurii Quufanii Boqotan


Ayyaantuu Oromoo Qooda Guguddaa Gumaachanii Umurii Quufanii Boqotan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:10 0:00

Akka aadaa Oromootti ayyaantuun rakkoo uummataa furuu fi dhugaa dhokate uummataaf ifatti baaduu akkasumas gootummaa fi arjummaa isaaniitiin beekaman, Kumalaa Fayisaa baatii Caamsaa dabree keessa boqotanii sirni geggeessaa isaanii Godina Shawaa Lixaa Aanaa Amboo, bakka Goodaa Gundoo jedhamutti raawwatame.

Yunivarsitii Finfinneetti barreessaafi barsiisaan Afaanii fi hogbarruu, Qulqulluu Ijoo, seenaa Ayyaantuu Kumalaa Fayyisaa fi maatii isaanii irratti qorannoo garaa garaa akka geggeessaa jiranii fi gara fuulduraatti maxxansiisisan Sagalee Ameerikaatti himan.

Ayyaantuu Kumalaan bulchiinsa sirna gadaa dhalootatti akka ceesisuuf qooddni isaan gumaachan guddaa dha, kan jedhan ammoo Abbaan Gadaa Magaalaa Amboo Laggasa Dhaabaa ti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG