Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hayyudureen ABO Hundeeffama Dhaabichaa Waggaa 50ffaa Sababeeffachuun Ibsa Kennan

Hayyudureen ABO Hundeeffama Dhaabichaa Waggaa 50ffaa Sababeeffachuun Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:13 0:00

Dura-taa’aan Adda Bilisumma Oromoo, Obbo Daawud hundeeffama waggaa 50ffaa ABO sababeeffachuudhan har’a finfinnetti ibsa miidiyaaleef kennaniin, sababaan nagaa dhabuu biyyattii siyaasa ta’uu ibsanii, furmaatni isaa “marii siyaasaati,” jechuun ibsaniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG