Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Tibbanaarratti Injifatan  


Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Tibbanaarratti Injifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:13 0:00

Dorgoommii Maaraatoonni maqaa Ababa Biqilaan qophaa’u ka Dilbata kaleessa magaala Finfineetti marsaa 39ffaaf geggeessame irratti dubbaraan Atileet Xajjituu Siiyyum ennaa injjiffatuu dhiraan immo Birhaan Nababawu injifatee jira.

Gamma biraattin fiigicha meetira 10,000 qopheessumaa feedereeshinii atileetiksii Itoophiyaattin biyya Ispeen Maalaagaattii geggeessame irratti atileetoonni Itiyoophiyaa dhiiraa fi dubaraan sa’atii bara kanaa fooyyessuun injjiffataniruu. Dhiraan Berihuu Aaregaawii yommuu injjifatuu ,dubbaraan immoo Gudaaf Tsegaay mo’ate.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG