Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abdii Utuu Hin Kutatin Mul’ata Qaban Dhugoomsachuuf Hojjechuun Milkaa’inaan Nama Ga’a: Shamarree Leensaa Daani’el


Abdii Utuu Hin Kutatin Mul’ata Qaban Dhugoomsachuuf Hojjechuun Milkaa’inaan Nama Ga’a: Shamarree Leensaa Daani’el
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:18 0:00

Shamarree Leensaa Dan’ieel hojii artii kan dibata adda addaatiin bifa jijjiiruu yokaan ‘Meekaap Art” jedhamutti bobbaatee hojjetaa jirti. Meekaappii dibuudhaan taatoleen fiilmii bifa addaa akka qabaatan gochuu dhaan qophii fiilmii Afaan Oromo fi kan Afaan Amaaraa keessatti akka hirmaatte dubbatti. Leensaan attamiin akka gara oguma kanaa dhuftee fi milkaa’ina kana dhaqqabde Tujubee waliin dubbattee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG