Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu fi Horroo Guduruu Wallagga Keessa Buqqaatonni Jiran Gargaarsa Dhabuurraa Akka Rakkoo Hamaarraa Jiran Himatan


Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuu fi Horroo Guduruu Wallagga Keessa Buqqaatonni Jiran Gargaarsa Dhabuurraa Akka Rakkoo Hamaarraa Jiran Himatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:08 0:00

Godina Wallagga Bahaa, aanaa Kiiramuufi Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessaa sababaa dhabamuu nageenyaan namootni qe’ee ofii irraa buqqa’anii Aanaa Giddaa Ayyaanaafi magaalaa Haroo keessa qubatanii jiran, gargaarsa dhabanii daran rakkoof kan saaxilaman tahuu dubbatu. Mootummaan akka gargaarsa isaan dhaqqabsiisullee iyyatan.

Itti gaafatamaan Buusaa Gonofaa Godina Wallagga Bahaa Obbo Daanyee Lachiisaa ammoo, rakkoo hongee Godina Booranaatti uumamee tureen wal qabatee, naannoo amma buqqaatonni iyyatan kanaaf deggersi taasisamaa hin turre jedhanii, amma garuu midhaan deggersaa aanaalee deggersi isaan barbaachisu seenuu akka eegalan Sagalee Ameerikaaf ibsan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG