Xurree ittiin seenan

Breaking News

Har’a Ayyaanni Iid-Ada Arafaa Waggaa 1444ffaan Guutummaa Itiyoophiyaatti Ayyaaneffame

Har’a Ayyaanni Iid-Ada Arafaa Waggaa 1444ffaan Guutummaa Itiyoophiyaatti Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

Ayyaanni Iid al-Ada Arafaa Waggaa1444ffaa Finfinnee dabalatee guutuu Itiyoophiyaa keessatti har’a kabajamee oole. Hirmaattoonni ayyaanichaa yeroo ayyaana kanaa akkaataa barsiisa amantii Islaamaatti kan hin qabneef waan qabaniirraa qooduun akka kabajan Sagalee Ameerikaatti himan.

Ayyaanni kun masjiidonni seeran ala ijaraman, jedhamuun mootummaadhaan diigamuu irraa kan ka’e waldhabdeen uumame, akka mariidhaan furame eega ibsamee torbanneen xiqqoo booda kabajame. Tsahaay Daamxoo Finfinnee irraa gabaasaa qindeessite qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG