Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhalataa Oromoo Miseensummaa Magaala Osloof Dorgomaa Jiran


Dhalataa Oromoo Miseensummaa Magaala Osloof Dorgomaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:30 0:00

Miseensummaa mana maree bulchiisa magaalaa Noorweey, Osloof, kan dorgomaa jiran Dr. Amaanu’eel Raagaa duula filannoo geggeessaa jiraachuu VOAtti himaniiru. Kan bara 2015 akka lakkoobsa Awrooppaatti gara Norweyitti godaanan Dr. Amaanu’el yeroo ammaa kollejii dhuunfaa biyyattii keessaa barsiisaa jiran.

Paartii isaanii Kiristiyaan Dimookirat jedhuuf kanneen dorgoman namoota 57 keessaa toora 15ffaa irra jiraachuu illee ibsan Dr. Amaanu'eel.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG