Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Lixaatti Rakkoo Nageenyaatiin Tajaajilli Fayyaa Hedduun Manca’uun Himame 


Oromiyaa Lixaatti Rakkoo Nageenyaatiin Tajaajilli Fayyaa Hedduun Manca’uun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00

Oromiyaa Lixaatti, sababaa walittibu’iinsaan haalli gargaarsa namummaa yaaddessaa tahaa dhufuu Mootummoota Gamtoomaniitti, Waajjirri Qindeessaa Gargaarsa Namummaa, UN OCHA beeksise jira.

Waajjirichi gabaasa kaleessa baaseen keessumaa godinaalee Wallaggaa Afran keessatti tamsa’inni dhibee busaa dabaluu isaanii fi dhaabbileen fayyaa hedduu manca’uu irraa kan ka’e namootni kuma 272 ol miidhamuu ibsee jira.

Waajjirri Eegumsa Fayyaa Godina Wallagga Lixaa, tamsa’inni dhibee busaa sababaa bishaaan kuusamee fi rakkoo nageeenyaatiin daran dabaluu ibsee, ittisuufis hojjataan jira jedhee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG