Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattuun Qoramaata Xumura Barnoota Ol’aanaa Fudhatteen Sadarkaa Biyyaatti Qabxii Ol’aanaa Galmeessisuu  Yunivarsitichi Beeksise  


Barattuun Qoramaata Xumura Barnoota Ol’aanaa Fudhatteen Sadarkaa Biyyaatti Qabxii Ol’aanaa Galmeessisuu  Yunivarsitichi Beeksise  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:07 0:00

Obsineet Gaaarummaa, Yunivarsiitii Riift Vaalii Kaampaasii Naqamtee irraa Muummee Fayyaa, gosa barnootaa Narsummaadhaan barana eebbisamtu, qabxii bahiinsa barnoota olaanaa isa guddaa tahe galmeessuushee Yunivarsiitichi beeksisee jira. Obsineet qrmaata bahiinsa barnoota olaanaa akka biyyaatti yeroo jalqabaaf kenname kana dhibba keessaa 99 deebisuun tokkoffaa tahuushee ti kan Yunivarsitichi beeksise. Obsineet qormaata kanaaf jabaattee akka qophaahaa turtee fi barsiisonni isheellee akka ishee qopheessaa turan eertee, yeroo qoramaatichatti dhihaattu akka itti tolee hojjette dubbatti.

Yunivarsiitii Riift Vaaliitti, Diiniin Kaampaasii Naqamtee, obbo Wandimmuu Qannoo, qabxii Obsineet galmeessisteen hawaasni yunivarsiitii Riift Vaalii gammaduu eeran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG