Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waqtii Gannaa Kanatti Dhibeewwan Daddabroorraa Of Eeguun Barbaachisaa Tahuu Jiraattonni Oromiyaa Lixaarraa Dubbatan  


Waqtii Gannaa Kanatti Dhibeewwan Daddabroorraa Of Eeguun Barbaachisaa Tahuu Jiraattonni Oromiyaa Lixaarraa Dubbatan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:25 0:00

Qulqullina dhuunfaafi naannoo eeguudhaan waqtii gannaa kanatti dhibeewwan daddarboo tahan garaa garaarraa of eeguun barbaachisaa tahuu jiraattotni magaalaa Amboofi Godina Wallagga Lixaa, magaalaa Innaangoo Sagalee Ameerikaatti himanii jiru. Biiroon Fayyaa Oromiyaa gama isaan, dhibeewwan waqtii gannaatti hawaasa hubuu malan irratti ogeessotni maloota garaa garaa fayyadamuun dursanii hojii hubannoo uumuurraa kaasee, yeroo dhibeewwan kunneen uumaman yaaluun hubaatii akkan geessisne taasisameera jedheera. Sababaa rakkoo nageenyaafi ciccitiinsa daandiin tajaajilli qorichaa dhibeewwan akka busaa yaaluuf malan bakka hunda qaqqabuu dhiisuu malu jechuun Biirichi ibseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG