Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bakka-bu’aan Mootummaa Yunaayitid Isteetis Ka Gaanfa Afrikaa Hawaasaalee Oromoo Ameerikaa Keessaa Waliin Mari’atan

Bakka-bu’aan Mootummaa Yunaayitid Isteetis Ka Gaanfa Afrikaa Hawaasaalee Oromoo Ameerikaa Keessaa Waliin Mari’atan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:06 0:00

Bakka-bu’aan Mootummaa Yunaayitid Isteetis Ka Gaanfa Afrikaa Hawaasaalee Oromoo Ameerikaa Keessaa Waliin Mari’atan

Dhaabbatii OLLAA jedhamuu fi bakk buutoonni waldaalee hawaasa oromoo kan kutaalee Yunaaytid Isteetis 18 irraa walitti dhufan, biyyoota Afrikaa Bahaatti jila addaa Yunaaytid Isteetis kan ta'an Ambaasaaddar Maayik Haamar walii Kamiisa kaleessaa gama zoomiin walgahii gaggeessanii turan. Dhimma marii kanaa irratit Jaallanneen daarektara ol’aantuu OLLAA - Aaddee Seenaa Jimjimoo dubbistee jirtii.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG