Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sochii Tuurizimii Oromiyaa Foyyessuuf Mariin Araaraa Mootummaa fi WBO Giddduutti Eegalame Cimee Itti Fufuu Qaba: Lalisee Dhugaa

Sochii Tuurizimii Oromiyaa Foyyessuuf Mariin Araaraa Mootummaa fi WBO Giddduutti Eegalame Cimee Itti Fufuu Qaba: Lalisee Dhugaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:54 0:00

Komishiniin turizimii Oromiyaa ibsa har'a gaazexessitootaaf kenne irratti dameen tuurizimii akka madda galii ta'uuf nageenyi waarawaa argamuun barbaachisaa akka tahe kan dubbatan Koomishinarri Koomishinii Tuurizimii Oromiyaa, Lalisee Dhugaa, “mootummaan marii araaraa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin jalqabe cimsee itti fufuu qaba,” jedhan.

Gaarreen Baalee akka hambaa Addunyaatti akka galmeessamu kan irratti hojjetaa jiru tahuus, Koomishinichi ibsee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG