Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoota Aanaa Gooroo Doolaa Duraanii Hidhamanii Jiran Manni-murtii Akka Wabiin Gad-lakkisaman Ajajus Poolisoonni Gad Hin Lakkisne  


Hoogganoota Aanaa Gooroo Doolaa Duraanii Hidhamanii Jiran Manni-murtii Akka Wabiin Gad-lakkisaman Ajajui Gad Hin Lakkifamin Jiran Jedhame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:35 0:00

Hooggantoota aanaa Gooroo Doolaa kanneen turan bulchaa aanaa Gooroo Doolaa, itti aanaa Bulchaa, hoogganaa paartii badhaadhinaa dabalatee hojjetootni seekteraalee mootummaa biroollee kan keessatti argaman ji'a tokkoof mana hidhaa jiraniif manni murtii godina Boorana Bahaa mirga wabiin akka bahaan ajajuullee Poolisiin gadhiisuu dhiisuu maatiin namoota mana hidhaa jiran kunneenii Sagalee Ameerikaatti himaniiru.

Hooggantoonni Aanaa Gooroo Doolaa caaseffama haaraan Aanichi Godina Gujiirraa cituun gara godina Haaraa Godina Boorana Bahaatti caaseffamuu mormaniiru jechuun kan to’annaa jala oolfaman.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG