Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lagi Hawaash Guutee Naannootti Danbali’uun Namoota 4,400 Ol Manaa fi Qehee Isaaniirraa Buqqaase  


Lagi Hawaash Guutee Naannootti Danbali’uun Namoota 4,400 Ol Manaa fi Qehee Isaaniirraa Buqqaase  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:52 0:00

Godinaalee Shawaa Lixaafi Shawaa Kibba Lixaatti tibbana lagni Awaash guutee dambali’uun abbootii Warraa kuma tokkoo ol maatiidhaan, jechuun namoota 4,400 caala qe’ee irraa buqqaasuusaa mootummaan beeksise jira. Namoota buqqaasaman keessaa hagi tokko, “gargaarsi nuuf taasisanee jira, garuuu gahaa miti” jedhu. Namoota sababaa lagni Awaash waajjiraaleen Buusaa Gonofaa Godinaalee lameenii gama isaatiin namoota sababaa lagi Hawaash guutee lola’eef namoota qehee ofii irraa buqqa’an gargaaruuf tumsi taasisamaa akka jiru ibse.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG