Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiileen Benishaangul Gumuz Irraa Buqqa’anii Wallagga Lixaa Keessa Buufatanii Jiran Gargaarsa Gahaa Dhabuun Gidiramaa Jira Jedhan 

Lammiileen Benishaangul Gumuz Irraa Buqqa’anii Wallagga Lixaa Keessa Buufatanii Jiran Gargaarsa Gahaa Dhabuun Gidiramaa Jira Jedhan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:17 0:00

Lammiileen Naannoo Beenishaangul Gumuzi godina Kamaashii aanaa Seedaal irraa buqqa'anii godina Wallagga Lixaa magaalaa Mandii keessa waggoota sadii oliif jiraachaa jiran deeggarsi namoomaa kennamaafii akka hin jire himan. Buqqaatota kana keessaa Sagalee Ameerikaaf yaada kennaniin haalli isaan keessa jiran hamaa tahuu fi beelaan akka gidiramaa jiran dubbatan.

Waajjirri Buusaa Gonofaa damee Wallaggaa Lixaa ammoo yeroo tokko tokko sababa rakkoo nageenyaatiin danqamni jiraateyyuu gargaarsi buqqaatotaaf kennamaa jira, jedha.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG