Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Dorgommii Shaampiyoonaa Addunyaatti Hirmaachuuf Magaalaa Budaapest Galan  


Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Dorgommii Shaampiyoonaa Addunyaatti Hirmaachuuf Magaalaa Budaapest Galan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:13 0:00

Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Dorgommii Shaampiyoonaa Addunyaatti Hirmaachuuf Magaalaa Budaapest Galan  

Gareen atleetiksii Itiyoophiyaa dorgommii shaamppiyoonaa atileetiksii adduyaatti hirmaachuuf kamisa kaleessaa, magaalaa galma-mootummaa Haangaarii Budapest galanii jiru.

Sirna baninsaa boor geggeessamuu fi doorgoomilee garaagaraa geggeessamaniti kan hirmaatan tahuus atileetota kana keessaa Sagalee Ameerikaatti himanii jiru. Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa dorgoomii isaa jalqabaa fageenya meetira 10000 dubartootaan, doorgomilee gulaalii meetira 1500 dhiirotaan, akkasumas fiigicha guffachisaa meetira 3000 ka dhiirotaatiin akka hirmaatu dubbata. Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa hordofee gabaasuuf kan gara Budaapestitti himale, gabaasaan VOA Eebbisee Naggasaa, atileetotaa fi dursaa garee Itiyoophiyaa dubbisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG