Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shaampiyoonaa Atileeetiksii Addunyaa Budaapestitti Geggeessamaa Jirurratti Qabxiilee Gaggaarii Galmeessisan  

Shaampiyoonaa Atileeetiksii Addunyaa Budaapestitti Geggeessamaa Jirurratti Qabxiilee Gaggaarii Galmeessisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:34 0:00

Gareen atileetiksii Itoophiyaa dorgommii shaappiyoona atileetiksii addunyaa biyya Hangaarii, magaalaa Budapestitti geggeessamaa jiru irratti qabxii gaggaarii argachaa jira.

Guyyaa jalqabaa irratti maadaliyaa sadii fageenya meetira 10000 dubartootaan kan argate yoo tahuu kaleesaa immoo dhiraan medaaliyaa nahaasa fi diplomaa arggatee jira. Eebbissaa Naggassaa, dirree dorgommicha Budapeestii irraa gabaasaa adda qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG