Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Baha, Aanaa Kiiramuu Keessatti Hidhattoonni Faannoo Ijoollee Horii Tiksan Shan Ajjeesan, Jedhu Jiraattonnii fi Aangawaan Aanichaa  

Wallagga Baha, Aanaa Kiiramuu Keessatti Hidhattoonni Faannoo Ijoollee Horii Tiksan Shan Ajjeesan, Jedhu Jiraattonnii fi Aangawaan Aanichaa  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:28 0:00

Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti dilbata darbe daa’imman horii tiksaa turan shan humnoota hidhattoota faannootiin ajjeefamuu jiraattonni fi angawootni dubbatan.

Obbo Jireenyaa Hirphaa, itti gaafatamaan Waajjira Koomunikeeshinii Aanaa Kiiramuu, humni Faannoo aanicha keessa socho’u humna bulchiinsa aanaatii ol tahee waan jiruuf mootummaan naannoo fi federaalaa akka tarkaanfii fudhatu gaafannee eegaa jirraa jedhanii jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG