Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dambidoollootti Tajaajjilli Ibsaa Baatiilee Lamaaf Addaan Cite Deebi’us Ammallee Amansiisaa Miti, Jedhu Jiraattonni  


Dambidoollootti Tajaajjilli Ibsaa Baatiilee Lamaaf Addaan Cite Deebi’us Ammallee Amansiisaa Miti, Jedhu Jiraattonni  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00

Tajaajilli ibsaa yeroo adda addaatti waan jalaa ciccituuf rakkoof saaxilamuu isaanii jiraattoota magaalaa Dambii Doolloo keessaa hagi tokko Sagalee Ameerikaatti himanii jiru. Tajaajilli ibsaa ii’oota lama caalaniif addaan citee turee dhufus ammallee babbaduun isaa rakkoo itti tahuu dubbatan, jiraattonni. Itti gaafatamaan Waajjira Tajaajila humna ibsaa Gaambeellaa Dambii Doolloo Obbo Afawarq Abaata waggoottan 4’n darbeef sababaa rakkoo nageenyaatiif konkolaataan waan hin sochooneef, danqaa nutti tahee deemnee ibsaa bade hojjachuu hin dandeenye. Tahus, hanga danda’ame rakkoo sana furuuf hojjetamaa jira, jedhan. Itti gaafatamaan Waajjira Buchiinsaafi Nageenyaa Godina Qellam Wallaggaas yaada gama isaanii kennanii jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG