Xurree ittiin seenan

Breaking News

“Hagan Warqii argadhutti hin dhiisu.” Atileet Lammeechaa Girmaa

“Hagan Warqii argadhutti hin dhiisu.” Atileet Lammeechaa Girmaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:51 0:00

Atileet Lammeechaa Girmaa Shaampiyoonaa Atileetikiss Addunyaa biyya Hangarii magaala Budaapestitti geggeeffamaa jiru irratti meetira 3,000 gufachiisaan dorgommii Kibxata kaleessaa godhame irratti medaaliyaa Meetii argate. Atileet Lammeechaa fi obboleessa isaa leenjisaa isaa ta’e, Fiqaaduu Girmaa Dubbisne.

Forum

XS
SM
MD
LG