Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Qaala’insa Gatii Biyyattii Mudate Gadbuusf Maallaqa Liqaa Kennamu Gadxiqqeessuun Kophaa Isaa Furmaata Hin Ta’u, Jedhu Ogeessonni


Mootummaan Qaala’insa Gatii Biyyattii Mudate Gadbuusf Maallaqa Liqaa Kennamu Gadxiqqeessuun Kophaa Isaa Furmaata Hin Ta’u, Jedhu Ogeessonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:08 0:00

Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa qaala’iinsa gatii biyyattii mudatee jiru hir’isuuf dhiheenya murtoo haaraa dabarseen maallaqa liqaa biyyattii, mootummaaf akkasumas dhaabbilee maallaqaaf kennamu gad xiqqeessuuf murteessuu isaa hoogganaan baankichaa - Maammoo Mihretuu beeksisanii jiran.

Dhimma kana irratti kan gaafataman ogeessi Diinagdee Dookter Ittaanaa Ayyeruu, murteen kun qofaan rakkoo qaala’iinsa gatiif furmaatan akka hin taane eeranii, mootummaan omisha guddisuu fi dhaabbilee maallaqaa xixiqqaa cimsuu qaba, jedhanii jiran. Daldalaan oomisha midhaanii gabaa biyya alaaf dhiyeessan Obbo Ida’oo Abdiis, murtiin kun qofti furmaata hin ta’u, jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG