Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Hambaa Abbaa’: Kitaaba Haaraa Dhiheenya Gabaatti Bahe  

‘Hambaa Abbaa’: Kitaaba Haaraa Dhiheenya Gabaatti Bahe  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:14 0:00

Kitaabni mata-dureen isaa "Hambaa Abbaa" jedhuu fi qabiyyeelee adda addaa of keessaa qabu, Barsiisaa Tasfaayee Dhaabaatiin barreeffame, tibbana magaalaa Ambootti eebbisamee jira. Barreessaan kitaabichaa obbo Tasfaayeen, "Hambaan Abbaa, aadaa fi sirna gabbataa uummatni Oromoo qabu hubachiisa" jechuun, sirnicha irratti dubbatan.

Forum

XS
SM
MD
LG