Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroon Roobaa Akka Gargaarsi Lammiwwan Sudaan Gara Daangaa Chaaditti Baqatan Hin Dhaqqabne Danqe, Jedhame  


Yeroon Roobaa Akka Gargaarsi Lammiwwan Sudaan Gara Daangaa Chaaditti Baqatan Hin Dhaqqabne Danqe, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:09 0:00

Yeroon isaa rooba waan taheef biyya ollaa Sudaan jirtu Chaad keessatti namoota waraansa baqatanii achi seenan gargaarsa dhaqqabsiisuun rakkoo guddaa tahee jira. Magaalaa Chaad keessa, daangaa Sudaan irra jirtu Adenuur irraa, Henrii Wiilkinsi VOAf akka gabaasetti, dhaabota gargaarsa kennuuf carraaqan rakkoon leejistikii mudachuu isaa fi Sudaan keessatti yeroon midhaan itti facaafatan sababaa wal-waraansaan dabruun, gargaarsa nyaataa yeroo hatatamaaf ka lammiwwan ishee saaxilu tahuu namoota inni dubbise irraa hubatameera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG