Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetonni Dorgommiilee Budaapest Injifatanii Medaaliyaa Argatanii Galan Mootumaa Itiyoophiyaatiin Badhaasaman  


Atileetonni Dorgommiilee Budaapest Injifatanii Medaaliyaa Argatanii Galan Mootumaa Itiyoophiyaatiin Badhaasaman  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:16 0:00

Mootumaan Itoophiyaa atileetotaa fi leenjistoota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa Budaapeestitti gaggeeffame irratti meedaaliyaa fidan badhaase. Gama biraatiin.

Atileet Letesenbet Gidey magaalaa Barliin figgicha meetira 5000 rikkordii bakka sanaa fooyyeessun injjiffateeti. Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz kaleessa biyya Ingiliziitti gaggeeffameen Arsenaal dirree isaa irratti Maanchistar Yunaayitid Qabxii 3-1n injifateera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG