Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maatiin Namoota Shawaa Kaabaa Magaalaa Mandiidaatti Butamanii Waa’ee Nageenya Namoota Isaanii Yaaddoo Qaban Ibsan  

Maatiin Namoota Shawaa Kaabaa Magaalaa Mandiidaatti Butamanii Waa’ee Nageenya Namoota Isaanii Yaaddoo Qaban Ibsan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00

Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa magaalaa Mandiidaa keessatti nageenyi namoota hidhattoota Faannootiin dhiyeenya butamanii nu yaaddesseera jechuudhaan maatii keessaa hagi tokko Sagalee Ameerikaatti himan.

Koomishiniin Mirgoota Namummaa Itoophiyaa gama isaan qaamoleen biyyattii keessatti hidhadhoodhaan walitti-bu’aa jiran namoota siiviloota namoota meeshaa hin hihdatiinitti fuuleffachuurraa of qusachuu qabu jechuun hubachiiseera. Tsahaay Daamxoo, Finfinnee irraa dabalata qabdi.

Forum

XS
SM
MD
LG