Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileet Taammiraat Tolaa Briteenitti Dorgommii Fiigicha Walakkaa Maaraatoonii “Greet Noorz Raan’ Jedhamu Injifate


Atileet Taammiraat Tolaa Briteenitti Dorgommii Fiigicha Walakkaa Maaraatoonii “Greet Noorz Raan’ Jedhamu Injifate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:02 0:00

Atileet Tamrat Toolaa miidhama shaappiyonaa atileetiksii Addunyaa ka Budaappest irratti isa muddate irraa bayyannachuun, fiigicha walakka maaraatoonii “Greet Noorz Raan” jedhamu ka biyya Biriiten Niwukaastilitti geggessame injjiffatee jira.

Dorgoomii kana irratti kan hirmaatee atileetiin ka biraan Mohaammed Faarah fiigicha dhaabuu isaa mirkaneesee jira. Gama biraattin taphattuun teenisii lammiin Ameerikaa umuriin ishee waggaa 19, Kookoo Gaaf yeroo jalqabaatiif Giraandi slaam injifatee jirti. Eebbissaa Naggassaa dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG