Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aadaan Shinooyyee Ambotti Ayyaaneffame  


Aadaan Shinooyyee Ambotti Ayyaaneffame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:34 0:00
Uummata Oromoo biratti bacaqiin gannaa darbee yeroo Birraan bari'uuf jedhu shamarran sirba aadaa Shinooyyee sirbuudhaan gammachuun Birraa simatu.
Yeroo sirba Shinooyyee dargaggoonni dargaggoonni akka wal ilaalamanii fi itti wal kaadhimmatan illee warri aadicha beekan ni dubbatu. Shamarran magaalaa Ambootti feestivaala aadaa Shinooyyee tibbana geggeessamaa turetti dhamarran hirmaatan, "Shinooyyeen yeroo bilisummaan shamarranii itti mul’atu" jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG