Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Sababaa Rakkoo Nageenyaaf Buqqa’an Bara Haaraatti Nageenyi Bu’ee Qehee Ofiitti Deebi’uuf Hawwii Qaban Dubbatu  

Namoonni Sababaa Rakkoo Nageenyaaf Buqqa’an Bara Haaraatti Nageenyi Bu’ee Qehee Ofiitti Deebi’uuf Hawwii Qaban Dubbatu  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:51 0:00

Oromiyaa Lixaatti, rakkoo nageeyaa mudateen walqabatee, namoota qe'eesaaniirraa buqqaasaman keessaa tokko tokko bara haaraa Itiyoophiyaa 2016tti, rakkoo nageenyaa Oromiyaa keessaa furmaata argatee qe'eesaaniitti deebi'uuf akka abdii qaban Sagalee Ameerikaatti himan.

Jaarmaya Mootummoota Gamtoomaniitti, Waajjirri Qindeessaa Gargaarsa Namummaa, UN OCHA, Oromiyaa Lixaa, Godinaalee Wallaggaa afranitti Sababaa walitti bu'iinsaa uumameen namootni kuma 725 ol qe'ee ofiirraa buqqaasamuu beeksisee ture. Naakoor Malkaa dabalata qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG