Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aanaa Gooroo Doolaa Keessatti Mormii Geggeessamaa Tureen Wal-qabatee Barattoonni Barnootaaf Gamaa’uu Hanqachuun Himame  


Aanaa Gooroo Doolaa Keessatti Mormii Geggeessamaa Tureen Wal-qabatee Barattoonni Barnootaaf Gamaa’uu Hanqachuun Himame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:56 0:00

Aanaa Gooroo Doolaatti ammas sababa mormii caaseffama Godina Boorana Bahaa hordofee mudate irraa kan ka’e galmeessi barattootaa hin gaggeeffamin hafuu jiraattonni fi barattoonni Sagalee Ameerikaatti himan. Maatiinii fi barattoonni galmeessi barnootaa bara 2016tiif barattoonni

Gooroo Doolaa keessaa, gara aanaalee ollaa deemanii galmaa’uuf yaalaniyyuu, manneen barnootaa aanicha keessaa cufaa waan ta’aniif waraqaa gaggeessa qaama isaaniif kennu argachuu dhabuu isaanii himatan.

Obbo Sisaay Asaffaa Itti aanaan Waajjira barnootaa Gooroo Doolaa galmeessuun barattootaa silaa Hagayya 23 irraa kaasee gaggeeffamuuf ture hin geggeessamiin hafuu mirkaneessanii jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG