Xurree ittiin seenan

Breaking News

Giddaa Ayyaanaatti Jimaata Dabre Haleellaa Hidhattoota Faannootiin Banameen Namoonni 5 Ajjeesamuu Miidhamtoonnii fi Aangawaan Ibsan


Giddaa Ayyaanaatti Jimaata Dabre Haleellaa Hidhattoota Faannootiin Banameen Namoonni 5 Ajjeesamuu Miidhamtoonnii fi Aangawaan Ibsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:40 0:00

Ajjeechaa Jimaata Godina Wallagga Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaatti raawwatameen namoonni shan du’uu fi shan madaa’uu miidhamtoonni fi angawootni aanaa giddaa Ayyaanaa VOA’f dubbatanii jiran.

Namootni Anger Guuteerraa geejjiba ummataan gara magaalaa Giddaa deemaa turan kan miidhaan kun irra dhaqqabe akka jedhanitti hidhattoonni Faannoo, jechuun ibsan bakka Diichoo jedhamutti konkolaataa dhaabsisanii dhukaasa akka irrati bananii fi konkolaachisaa dabalatee namoota shan akka ajjeesanitti dubbatan.

Obbo Waaqgaarii Gudayyaa Itti gaafatamaan waajjira Koomunikeeshinii Aanaa Giddaa Ayyaanaa, haleellaa faannoon raawwatame jedhan namoonni shan du’uu mirkaneeffachuu isaanii ibsan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG