Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komishinii Ogeeyyii Mirga Namoomaa Idiladdunyaa: Rakkoon Nageenyaa Itiyoophiyaa Keessaa Ammayyuu Haala Yaaddeessaa Irra Jira 


Komishinii Ogeeyyii Mirga Namoomaa Idiladdunyaa: Rakkoon Nageenyaa Itiyoophiyaa Keessaa Ammayyuu Haala Yaaddeessaa Irra Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:37 0:00

Gareen ogeeyyii Komishina mirga namoomaa ka dhaabbata mootummoota gamtoomanii, sarbama mirga namoomaa Itiyoophiyaarratti qorannoo gaggeessaa ture Wiixata darbe Jeneevaatti ibsa kenneen rakkoon nageenyaa Itiyoophiyaa keessaa ammayyuu haala yaaddeessaa irra jira jedheera.

Walii galteen Piriitooriyaa sagalee meeshaalee waraanaa dhagahamuu dhaabsisus naanoo Tigiraay keessatti dabalatee nageenya hundagaleessa fiduu hin dandeenyes jedha gabaasichi. Gabaasaa kana irratti mootummaa Itiyoophiyaa irraa deebii argaachuuf carraaqnee, ammaaf deebii hin arganne. Garuu, mootummaan Itiyoophiyaa hundeessamuma Koomishina Ogeeyyii Mirga Namoomaa Tokkummaa Mooutmmootaa dhimma biyya ishee qoratuu irraa jalqabee deddeebisee mormaa ture.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG