Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haroon Dambal Investimentii fi Misoomaan Duuba Hafe Jirchuun Ibsame


Haroon Dambal Investimentii fi Misoomaan Duuba Hafe Jirchuun Ibsame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00

Haroowwan Godina Shawaa bahaa keessatti argaman keessaa isa guddicha kan jedhamu Haroon Dambal odolawwan shan qabaatus amma gama Investimentii fi misoomaan duuba jira jedhu jiraattonni.

Keessumaa gama omisha qurxummii fi misooma tuurizimiin kan beekamu haroon kun dhiyeenyaa as bulchiinsi magaalaa Baatuu bakkichi misooma maluuf akka argatuuf hojjetaa akka jiru, Itti gaafatamaan waajjira aadaa fi Tuurizimii magaalaa Baatuu Obbo Amaan ida’oo VOA’f himanii jiran jedha gabaasi Galmoo Daawit.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG