Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oomisha Biyya Keessaan Kophee Dizaayin Gochuun Ga’eessa Dargaggootaaf Hojii Uumuu Irratti Fuuleffate

Oomisha Biyya Keessaan Kophee Dizaayin Gochuun Ga’eessa Dargaggootaaf Hojii Uumuu Irratti Fuuleffate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:00 0:00

Firaa’ol Baqqala jedhama. Dargaggoo oomisha kopheefi bu’aalee gogaarratti bobba’ee argama. “Kopheen gabaarraa bitadhe, natti toluu didnaan ofumaan kophee biraa hojjadhe, achumaan gara hojii kanaatti seene, kaayyoon koo ammoo kophee biyya alaatii seenan asumatti hojjachuu dha “jedha Firaa’ol.

Haala ittiin kophee hojjatan ofuma isaa toora intarneetiitti gargaaramee of barsiisuu dargaggoon dubbatu kun, dargaggootni yoo cimanii hojjatan bakka guddaa gahuu akka danda’anis ergaa dabarsee jira. Naakoor Malka qophii Labataaf Ambo irraa gabaasni erge kunoo.

Forum

XS
SM
MD
LG