Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fiigicha Ani Mana Barumsaa Dhaquuf Fiigaa Ture Kan Har’aaf Bu’uura Naaf ta’e: Atleet Sanbaree Tafarii

Fiigicha Ani Mana Barumsaa Dhaquuf Fiigaa Ture Kan Har’aaf Bu’uura Naaf ta’e: Atleet Sanbaree Tafarii
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:30 0:00

Qophii keenya har’aa keessatti atileeti ummuri ishee wagga 16tti jalqabee Itoophiyaa bakka bu’uun dorgoomilee garaa garaa irratti hirmaacha jirtuu fi qabxii jajjabeesaa kan qabdu, Atileet Senbree Teferi keessummaa keenya.

Sembereen sagalee Ameerikaa waliin tuartii taasisteen, haala kamittin gara figichaati akka seente akkasumas bu’aa bahii dabarsitee gabaasaa keenya Eebbissaa Naggassaa waliin marii gooteen dubbateetti.

Forum

XS
SM
MD
LG