Gareen Yaala Hatattamaa Waldaa Hakimoota Oromiyaa, deeggarsa Biiroo Fayyaa Oromiyaa fi qaamolee garagaraatiin, weerara dhibee busaa yeroo ammaa hawaasa miidhaa jiru irratti tajaajila yaalaa kennuuf Godina Wallagga Lixaa Aanaa Beegii fi Qondaalaatti imalee jira.
Garee Doktooroota Shanii fi Neersoota sadii of keessaa qabu kana keessaa tokko kan ta'an Dr. Biqilaa Raggaasaa Jaallaeenneen haasofsiiftee jirti.
Forum