Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni Hawaasaa Oromoo fi Saboota Biroo Ameerikaa Keessaa Rakkoon Itiyoophiyaa Akka Mariin Furamu Dhiibbaa Gochaa Jirra Jedhan 

Hoogganoonni Hawaasaa Oromoo fi Saboota Biroo Ameerikaa Keessaa Rakkoon Itiyoophiyaa Akka Mariin Furamu Dhiibbaa Gochaa Jirra Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:16 0:00

Rakkoo Nageenyaa yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessa jirutti furmaata waaraa argamsiisuuf akka mariin nagaa hunda hirmaachise taasisamu fi Mootummaan Yuunaayitid Isteetisillee kana dhuguoomsuuf dhiibbaa gama isaa akka godhu ka gaafataa jiran tahuu bakka bu’oonni haawasa Oromoo as Yunaayitid Isteetis keessa jiraatanii Sagalee Ameerikaatti himanii jirru.

Mitikkuu Fiqaadu, dura-taa’aa Waldaa Hawaasa Oromoo naannoo Waashington Diisii - Dr. Baahiruu Dhugumaa fi Hooggantuu dhaabbata dhaabbata deggersa hawaasaa OLLAA jedhamuu - Seenaa Jimjimoo dubbisuun waan qopheesse qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG