Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lafti Da'oo Arbaa Baabbillee Seeraa Ala Saamamaa Jira, Jedhame

Lafti Da'oo Arbaa Baabbillee Seeraa Ala Saamamaa Jira, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00

Da’oon Arbaa Baabbilee irratti weerara lafaa gaggeeffamaa jirurraa kan ka’e arboonni rakkoorra bu’aa akka jiran, Da’oon Arbaa Baabbilee beeksisee jira. Obbo Adam Mohammed, Itti gaafatamaan Dahoo Arbaa Baabbilee, dhiyeenya kana seeraan ala bulchiinsi Aanaa Baabbilee Daangaa Da’oo Arbaa sarbuun lafa hektaara 200tti tilmaamamu misooma dhuunfaaf kennuu VOA’f dubbatanii jiran.

Obbo Daawud Muummee Abbaa Taayitaa eegumsa naannoo Oromiyaatti itti gaafatamaan eegumsa kunuunsa fi itti fayyadama bineensa bosonaa, dhimmichi koreen ilaalamee dhiyeenya murtee argata jedhan.

Forum

XS
SM
MD
LG