Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kabaja Ayyaana Hora Finfinnee Bara 2023

Kabaja Ayyaana Hora Finfinnee Bara 2023
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:46 0:00

Ayyanni Irreecha Hora Finfinnee bara 2023, harra magaala Finfinnee Naannoo Baroo Kormaa yookiin Mesqel Addebaabaayiitti kabajamee oolee jira.

Ayyaana kana ganama barii Abbootiin Gadaa fi haawwan siinqee Abbootii Malkaan kan malkaa saaqan yoo ta’an jiraattonni magaalaa Finfinnee, kan Godinaalee Oromiyaa fi naannolee gara garaa irratti argamanii jirani.

Hirmaattonni lakkoofsi namoota ayyaanicharratti argaman kan bara kanaa hedduummachuu himanii eger hojiin ayyaana kana beeksisuu hojjetamuu male jedhanii jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG