Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jirraattonni Magaalaa Mandiidaa Hidhattoota Faannoon Ugguramanii Turan Gadlakkisaman  

Jirraattonni Magaalaa Mandiidaa Hidhattoota Faannoon Ugguramanii Turan Gadlakkisaman  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:53 0:00

Jiraattonni magaalaa Mandidaa hidhattoota Faanootiin ugguramaan turan dhiyyeenyaa kana gad lakkiffamanii jiran. Namoota naannoo walitti bu’iinsaa keessa imalaniif mootummaan egumsa nageenya gahaa akka kennuf gaafataniin jirru. Qaamoleen walitti bu'iinsa kana keessatti hirmaatan hundi namoota nagaa irratti xiyyeeffachuu dhaabuu qaban, jedhu.

Forum

XS
SM
MD
LG