Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weellistuu fi qabsooftuu mirga Oromoo Halloo Daawweef sirni gaggeessaa ishee harra magaalaa Adaamaatti gaggeeffamee jira


Weellistuu Angafa Halloo Daawweef Sirni Awwaalchaa Adaamaatti Raaw’atame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:38 0:00

Weellistuu fi qabsooftuu mirga Oromoo Halloo Daawweef sirni gaggeessaa ishee harra magaalaa Adaamaatti gaggeeffamee jira. Dhukkubbii yeroo dheeraa booda sanbata addunyaa kanarraa kan boqotte Artiisti Halloo Daawwee, harra sirni awwaala ishee kan gaggeeffame yoo tahu; sirna gaggeessaa ishee kanarratti kan argaman waayillan, firoottan fi angawootni mootummaa, Halloon weelluu qofa osoo hin taane gama falmii mirgaaf taasisteenis fakkeenya guddoodha jedhanii jiran. Sirna gaggeessaa magaalaa Adaamaarratti kan argaman kantiibaan magaalaa Dirre Dhawaa Kadiir Jawaar; gaafa du’aatii bahanii wal awwaaluu qofa utuu hin taane, jiraattis namoota sabaaf bu’aa buusan iyyaafachuun barbaachisaa akka ta’e dubbatanii jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG