Xurree ittiin seenan

Breaking News

Halloo Daawwee Akkamitti Yaadatamti?


Halloo Daawwee Akkamitti Yaadatamti?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:12 0:00

Sanbata darbe kan boqottee fi Wixata magaalaa Adaamaatti ka sirni awwaalchaa ishee raaw’ate - Halloo Daawwee Weellistuu Oromoo warra dhaloota lammataa keessatti ramadamtu dha.

Muhyahiddin Abdullaahii, Gaazexeessaan Televizyinii naannoo hararii, Halloon Seenaa Oromoo keessatti dubartii Albama guutuu yeroo jalqabaaf maxxansiteedha jechuun dubbate. Sirbootni ishee hawaasa dammaqsuurratti kan xiyyeeffate jechaan kan ibse Muhyahiddin, Halloon, qabsoo Oromoof jecha miidhaan irra gahe, du’aatii isheef ka’umsa ture jedhe.

Weellistuu Saalihaa Samii gama isheen, Halloon barnoota kan baratte ta’uu baattus, sirboota hagasii weellisuun ishee, kutannoo fi jaalala isheen guddina aartii Oromoof qabdu agarsiisa jettee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG