Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoon Nageenyaa Itiyoophiyaa Keessaa fi Dursanii-qophaa’uu Dhabuun Dhibee Busaaf  Akka Qooda Gumaachan Dubbatu, Ogeeyyiin 

Rakkoon Nageenyaa Itiyoophiyaa Keessaa fi Dursanii-qophaa’uu Dhabuun Dhibee Busaaf  Akka Qooda Gumaachan Dubbatu, Ogeeyyiin
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:58 0:00

Itiyoophiyaa keessatti barana dhukkubii Busaa hammaataa akka jiru dhaabnii gargaarasa namoomaa kan Tokkummaa mootummootaa ykn OCHAn gabaasee jira.Haala Busaa yeroo ammaa biyya keessa jiru ilaalchisee, Jaallanneen Dr. Lamuu Golaasaa, yunivarsitii Finfinnee keessatti instituuutii Akliluu Lammaa jedhamuuf hogganaa kutaa qorannoo ta'an haasoofsiiftee jirti.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG