Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Hoji-dhabeeyyii Hojiif Qopheessuu fi  Hojiiwwan Gorsaa Adda Addaa Kennaa Jiru

Dargaggoo Hoji-dhabeeyyii Hojiif Qopheessuu fi  Hojiiwwan Gorsaa Adda Addaa Kennaa Jiru  
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:29 0:00
Dargaggoo Eebbaa Tesfaayee, ogeessa qoor-qalbii toora kanaan barnoota adda addaa fudhate yoo tahu, mala itti dargaggoonni hojii dhaban hojii itti barrbaaddatan yokaan itti uummatan ilaalchisee leenjii kennaa jira.
Kana malees, dorrgommii miidhaginaaf abbaa-murtii tahuudhaan akkasumas qophiilee adda addaa qindeessuun yokaan beeksisaa tahuunb tajaajilakenna. Waa’ee hojii gorsaa fi leenjiiwwan ka biroo inni kennu irratti dubbisnee jirra.
This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG