Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Sababaa Walitti-bu’insa Yeroo Dheera Tureetiin Uummatni Beelaan Miidhamaa Jira, Jedhame  

Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Sababaa Walitti-bu’insa Yeroo Dheera Tureetiin Uummatni Beelaan Miidhamaa Jira, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:12 0:00

Naannoo Oromiyaatti jiraatoonni godina Wallaggaa Lixaa fi Qeellam Wallaggaa Aanaawwan tokko tokko beelaaf saaxilamu isaanii, jiraattoota keessaa Sagaalee Ameerikaaf himanii jiru.

Walitti bu'iinsa waggootaaf mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti geggeeffamaa tureen kan ka’e ummanni godinaalee kanneen beelaf saaxilamuu dubbatu, jiraattonni kun. Dhimma kanarratti waajirra buusaa gonofaa damee Wallagga Lixaa, kan Qeellam Wallaggaa, kan naannoo Oromiyaa akkasumas dhaabbilee fayyaa godinalee lamaan fi biiroo koomuunikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa irraa deebii argachuuf carraaqqiin taasisne har'aaf hin milkoofne.Tsahaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.

Forum

XS
SM
MD
LG