Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Gargaarsi Namoota Hanqina Nyaataan Rakkataniiif Kenname Gahaa Miti, Jedhame

Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Gargaarsi Namoota Hanqina Nyaataan Rakkataniiif Kenname Gahaa Miti, Jedhame
 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:20 0:00

Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Gargaarsi Namoota Hanqina Nyaataan Rakkataniiif Kenname Gahaa Miti, Jedhame

Sababa rakkoo nageenyaatin Jiraattonni godinaalee wallagga lixaa fi Qeellam Wallaggaa hanqina midhaan nyaataan rakkoon saaxilamuu sagalee Ameerikaaf himaniiru. Waajirri Buusaa gonofaa damee Wallaggaa lixaa fi Qeellam Wallaggaa sababa rakkoo nageenyaatin waggoottan lamaan kana hawaasni rakkoo hanqina midhaan nyaataaf saaxilamuu ibsan. Rakkoo hawaasni keessa jiruuf deeggarsa taasisuun eegalamee jira, garuu gahaa miti, jedhan waajiraaleen lameen.

Forum

XS
SM
MD
LG